Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun waaʼee ijoollee fi maanguddoo, dhiiraa fi dubartii, nama Israaʼelii fi nama biyya ormaa duʼaa kaʼaniis nutti hima. Caqasawwan armaan gadii irraa dubbisuu dandeessa: 1 Mootota 17:17-24; 2 Mootota 4:32-37; 13:20, 21; Maatewos 28:5-7; Luqaas 7:11-17; 8:40-56; Hojii Ergamootaa 9:36-42; 20:7-12.