Miiljalee
a Ibsi Hisqiʼel uumamawwan kana ilaalchisee kenne maqaa Yihowaa isa hiika, “Akka Taʼu Godha” jedhu qabu nu yaadachiisa. Hiikni maqaa isaa, Yihowaan kaayyoo isaa galmaan gaʼuuf uumamawwan isaa wanta barbaade akka taʼan gochuu akka dandaʼus ni argisiisa.—Hiika Addunyaa Haaraa irraa Kutaa Dabalataa A4 ilaali.