Miiljalee
c Namni Kitaaba Qulqulluu irratti yaada kennu tokko akka dubbatetti, jechi “achitti” jedhu “kallattiidhaan, akkasumas karaa salphaa taʼeen miira dinqisiifannaa kan dabarsu dha. . . . Waaqayyo achi, Baabilon keessa jira! Kun immoo nama jajjabeessa!”