Miiljalee
a Hisqiʼel mallattoowwan kana hundumaa kan argisiise namoota isa ilaalaa turan duratti dha jedhanii yaaduun sirrii dha. Maaliifi? Sababiin isaas, hojiin argisiisawwan kanneen akka daabboo tolchuu fi miʼa baachuu jiran “ijuma isaanii duratti” akka argisiisu Yihowaan kallattiidhaan isa ajajeera.—His. 4:12; 12:7.