Miiljalee
b Yihowaan Yerusaalem akka baddu heyyamuudhaan, gosawwan lamaan mootummaa Yihudaa qofa irratti utuu hin taʼin, gosawwan kurnan mootummaa Israaʼel irrattis murtii akka dabarse ibseera. (Er. 11:17; His. 9:9, 10) Kitaaba Kitaabota Qulqulluu Gadi Fageenyaan Hubachuu (Ingiliffa) jedhamu jildii 1, fuula 462, “Duraa Duuba Yeroo—Dh.K.D. Bara 997 Hanga Badiisa Yerusaalemitti” jedhu ilaali.