Miiljalee
a Fakkeenyaaf, Filisxeemonni hojiin sibiilaa kam iyyuu Israaʼel keessatti akka hin hojjetamne dhorkanii turan. Israaʼelonni meeshaalee qonnaa isaanii qarsiifachuuf gara Filisxeemotaa kan deeman yeroo taʼu Filisxeemonnis, mindaa Israaʼelonni guyyoota hedduudhaaf hojjetanii argatan isaan kaffalchiisu turan.—1 Sam. 13:19-22.