Miiljalee
b Magaalaan Xiiros ishiin jalqabaa, odola qarsaa Gaara Qarmeelos irraa kallattii kaabaatiin kiilomeetira 50 fagaatee argamu irratti hundeeffamte. Yeroo booda kutaan dabalataa magaalattii lafa gogaa irratti ijaarame. Maqaan Ibraayisxii magaalaa kanaa Suur jedhama; Suur jechuun “Qarsaa” jechuu dha.