Miiljalee
c Yeroo Baabilon Guddittiin baddutti namoonni miseensota amantii sobaa taʼan hundi ni ajjeefamu jechuu akka hin taane haala isaa irraa hubachuun ni dandaʼama. Yeroo sanatti qeesonni tokko tokko amantii sobaa dhiisuu fi matumaa amantii sobaa kana keessa akka hin turre dubbachuu dandaʼu.—Zak. 13:3-6.