Miiljalee
a Maqaawwan kun hiika guddaa qabu. Oholaa jechuun, “Dunkaana [Waaqeffannaa] Ishii” jechuu dha; kun immoo Israaʼel mana qulqullummaa Yihowaa isa Yerusaalemitti argamutti fayyadamuu mannaa wiirtuu waaqeffannaa ofii ishii hundeessuu ishii kan argisiisu taʼuu dandaʼa. Oholibaa jechuun immoo, “Dunkaanni [Waaqeffannaa] Koo Ishii Keessa Jira” jechuu dha. Yerusaalem bakka manni waaqeffannaa Yihowaa itti argamu dha.