Miiljalee
a Namoonni araada dhugaatii alkooliitiin qabaman araada kana irraa bilisa taʼuuf gargaarsi yaalii fayyaa isaan barbaachisuu dandaʼa. Doktaroonni hedduun namoonni kanaan dura dhugaatii alkoolii dhuguu irratti rakkina qaban matumaa dhuguu akka hin qabne dubbatu.