Miiljalee
b Dhiphinni cimaan haala abdii kutachuurraa adda ta’een, gadda guddaafi yeroo dheeraadhaaf turuun beekama. Odeeffannoo dabalataa argachuuf Masaraa Eegumsaa armaan gaditti argaman ilaali: Onkoloolessa 15, 1988, ful. 25-29 (Ingiliffa); Sadaasa 15, 1988, ful. 21-24 (Ingiliffa); fi Fulbaana 1, 1996, ful. 30-31.