Miiljalee
a Hayyuu Macaafa Qulqulluu kan ta’an Albart Barnees akka dubbatanitti, Yesus “waldaatti himi” yeroo jedhu, “namoota dhimmawwan akkasii ilaaluuf aboo qaban jechuunis bakka buutota gumii” jechuusaa ta’uu danda’a. “Mana sagadaa Yihudootaa keessatti jaarsoliin dhimmawwan akkasii ilaaluuf muudaman jiru turan.”