LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Akkuma fakkeenya kadhannaa Yesus barsiise, kadhannaan Yihudootaa yeroo firoonnisaanii du’an kadhataniifi Kaadish jedhamus maqaan Waaqayyoo akka qulqulleeffamu gaafata. Kadhannaan kun bara Kiristositti ykn isaan duratti jiraachuusaa ilaalchisee gaaffiin falmii kaasu jiraatuyyuu, kan walfakkaatan ta’uunsaanii nu dinqisiisuu hin qabu. Kadhannaan Yesus barsiise yaada haaraafi waan hin baramne kan ibsu miti. Gaaffiiwwan kadhannaa sanarratti dhihaatan hundi Caaffata Qulqullaa’oorratti kan hundaa’aniifi Yihudoonni yeroo sanatti turan hundi argachuu kan danda’an turan. Yesus duuka buutonnisaa utuu inni gara lafaa hin dhufin akkuma kadhachaa turan ammas kadhachuusaanii akka itti fufan jajjabeessuusaa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi