LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Wanti Yesus dubbate yaada dogoggoraa hiikawwan Macaafni Qulqulluun tokko tokko jecha “argamuu” jedhuuf kennan sirreessuuf nugargaara. Hiikawwan Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo wajjin walfakkaatan tokko tokko “dhufuu” ykn “deebi’uu,” jedhanii kan hiikan yommuu ta’u, jechoonni kun hundi yeroo gabaabaa argisiisu. Bishaan Badiisaa wanta al tokko raawwatame yommuu ta’u, barri Nohi garuu bara wanti guddaan itti raawwatame waan ta’eef Yesus argamuusaa Bishaan Badiisaa bara Nohi ga’ee wajjin utuu hin ta’in, wanta ‘bara Nohitti’ raawwatamee turee wajjin ta’uusaa qalbeeffadhu. Akkuma bara durii sana argamuu Kiristosittis, namoonni dhimmawwan guyyaa guyyaatiin waan muddamaniif akeekkachiisa kennamaa jiruuf xiyyeeffannaa hin kennan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi