Miiljalee
c Barri namoonni ‘dhaloota si’anaa’ jedhaman jiraatan, yeroo mul’anni jalqabaa macaafa Mul’ataarratti ibsame raawwatamuu wajjin kan wal fakkaatu hin ta’in hin oolu. (Mul. 1:10–3:22) Wanti guyyaa Gooftaatti raawwatamu kun, bara 1914 kaasee hamma dibamaa amanamaan lafarratti hafe inni dhumaa du’ee du’aa ka’utti kan turudha.—Raawwiin Mul’ataa Inni Guddaan Dhihaateera!ful. 24, key. 4 ilaali (Amaariffa).