LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Hiikawwan Macaafa Qulqulluu bara durii harkaan barreeffamaniifi amansiisaa ta’an lakkoofsota 44fi 46 hin qaban. Hayyoonni, lakkoofsonni lamaan kun tarii yeroo booda itti dabalamuu akka hin oolle amanu. Piroofeesara kakuu haaraa kan ta’an Aarkebold Toomaas Roobartisan, akkas jechuudhaan barreessaniiru: “Barreeffamoonni durii harkaan barreeffamaniifi amansiisaa ta’an lakkoofsota kana hin qaban. Caqasoonni kun, barreeffamoota durii warra Lixaafi Sooriyaa (Baayzantaayin) harkaan barreeffamanirraa kan itti dabalamanidha. Caqasoonni kun waanuma lakkoofsa 48⁠rra jiru irra deebi’u. Kanaafuu, lakkoofsota 44fi 46 warra sirrii hin taane kana hiika keenya keessaa baasneerra.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi