LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Albaadhummaan, ilaalcha namni tokko sassatuufi garmalee nyaachuudhaan argisiisudha. Kanaafuu, albaadhummaan guddina qaama nama tokkootiin utuu hin ta’in, ilaalcha inni nyaataaf qabuun beekama. Namni tokko qaamnisaa giddu galeessa ykn huuqqataa ta’uyyuu, albaadhessa ta’uu danda’a. Karaa gara biraatiinimmoo, garmalee furdachuun dhukkuba ykn wanta sanyiidhaan namatti darbu ta’uu danda’a. Namni tokko qaamnisaa hammamiyyuu yoo ga’e, wanti dogoggora ta’e, nyaatarratti garmalee sassataa ta’uusaati.—Masaraa Eegumsaa Sadaasa 1, 2004⁠rraa “Gaaffii Dubbistootaa” ilaali. (Amaariffa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi