LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Yesus, “Egaa abbaan keessan inni waaqa irraa mudaa malee akkuma ta’e, isinis warra mudaa hin qabne ta’aa!” jedheera. (Mat. 5:48) Kanarraa hubachuun akka danda’amutti, Yesus namoonni cubbuu dhaalanillee hamma ta’e guutuu ykn mudaa kan hin qabne ta’uu akka danda’an hubateera. Warra kaan garaadhaa akka jaallannu abboommii nuu kenname hojiirra oolchuudhaan, Waaqayyoon gammachiisuu dandeenya. Yihowaan guutummaatti mudaa kan hin qabnedha. Jechi “amanamummaa” jedhu isaaf yommuu itti hojjetamu, guutummaatti mudaa kan hin qabne jechuus ni dabalata.—Far. 18:30.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi