Miiljalee
a Faarfannaawwan lamaan kun, bifaafi qabiyyeesaaniitiin wal fakkaatu. Faarfannaa 111 keessatti amalawwan Waaqayyootiif bakki guddaan kan kenname yommuu ta’u, barreessaan Faarfannaa 112 inni Waaqayyoon sodaatus fakkeenya kana fudhateera. Faarfannaa 111:3, 4 Faarfannaa 112:3, 4 wajjin wal bira qabnee ilaaluudhaan kana hubachuu dandeenya.