Miiljalee
a Jechi ‘haaraa dhalachuu’ jedhu 1 Phexros 1:3, 23rratti argama. Jechi kunis, jecha Macaafni Qulqulluun jecha “lammata dhalachuu” jedhu ibsuuf itti fayyadamudha. Jechoonni lamaanuu jecha afaan Giriikii gochima argisiisuufi yannaa’oo jedhurraa kan argamanidha.