Miiljalee
b Daawit hoolaa tikseesaatti amanamu akka ta’e ibsameera. Eegumsaafi qajeelfama Yihowaa isa Tiksee Guddaa ta’e argachuuf carraaqa ture. “Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!” jedhee garaa guutuudhaan dubbateera. (Far. 23:1) Yohannis Cuuphaanis, Yesusiin “hoolicha Waaqayyoo” jedhee waameera.—Yoh. 1:29.