Miiljalee
a Jechi afaan Ibrootaa “Bet’el” jedhu “Mana Waaqayyoo” jechuudha. Macaafa Qulqulluu keessatti, Bet’el magaalaa Israa’el ishee beekamtuu turte. Magaalaan Macaafa Qulqulluu keessatti Bet’el caalaa yeroo baay’ee caqasamte Yerusaalem qofadha.