Miiljalee
a Kanaarra hubachuu akka danda’amutti, ergamoonni yeroo du’anitti dandeettii kennaawwan dinqii dabarsuus kan dhaabate fakkaata; namoonni dinqiidhaan fayyisuuf kennaan addaa kennameef hundi yeroo du’animmoo, kennaawwan hafuura qulqulluu adda ta’an kun guutummaatti hafaniiru.