LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Cubbuu raawwatameef dhiifama kan argamsiisu dhiiga horii waan ta’eef, Waaqayyo dhiiga kana akka qulqulluutti ilaala. (Lewwoota 17:11) Kana jechuun garuu, daakuun qamadii namni harka qalleessi tokko aarsaadhaaf dhiheessu gatii hin qabu jechuudhaa? Akkas jechuu miti. Yihowaan, namoota gad of deebisaniifi fedhiidhaan aarsaa akkasii dhiheessaniif bakka guddaa kenna. Kana malees, Guyyaa Araaraa waggaatti al tokko godhamutti hiyyeessota dabalatee, Israa’eloota hundaaf aarsaan dhiifama cubbuu argamsiisu Waaqayyoof ni dhihaata ture.—Lewwoota 16:29, 30.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi