Miiljalee
b Jechi istoorjii jedhu, “warra jaalala of keessaa hin qabne” jedhamee kan hiikame si’a ta’u, qubeen ‘ee’ jedhuufi diddaa argisiisu maxxantuu duraa ta’ee jalqaba jechichaatti galuunsaa yaada “hin qabne” jedhu dabarsa. Roomaa 1:31 dabalataan ilaali.