Miiljalee
a Dhukkubni qufaa ykn Influwenzaa namoota yeroo sanatti turan keessaa parsantii digdamaa hanga shantamaa akka qabe ni dubbatama. Vaayirasiin kun namoota qabe keessaa parsantii 1 hanga 10 ta’an hin ajjeesin hin oolu. Kanarraa karaa faallaa ta’eenimmoo, vaayirasiin Iboolaa darbee darbee kan mul’atu ta’us, bakka ga’etti namoota qabe keessaa parsantii 90 ajjeeseera.