Miiljalee
a Barreeffamni yeroo jalqabaatiif afaan Maalaagaasiitiin maxxanfame, Abboommii Kurnaniifi Kadhannaa Gooftaa si’a ta’an, isaanis Ebla/Caamsaa 1826 Moorisheesitti maxxanfaman. Haata’u malee, maxxansi barruu kanaa kan kenname maatii Raadamaa Mootichaafi abbootii taayitaatiif qofa ture.