Miiljalee
c Yeroo tokko tokko rakkoo jiru ilaalchisee warrakee ykn warra hiriyaa gaaʼelaakee wajjin ifatti mariʼachuu si barbaachisa taʼa. Akkas gochuun kan si barbaachisu yoo taʼe kabajaafi garraamummaadhaan haa taʼu.—Fakkeenya 15:1; Efesoon 4:2; Qolosaayis 3:12.