Miiljalee
a Gaaffiiwwan kitaabicharra jiran tokko tokko, nama umrii kamirrayyuu jiruuf ni hojjetu. Fakkeenyaaf, saanduqni “Aariikee To’achuu” (fuula 221) jedhu ilma ykn intala keessaniif akkuma barbaachisu, isiniifis ni barbaachisa ta’a. Chaartiiwwan “Dhiibbaa Hiriyaarraa Narra Ga’uu Danda’u” (fuula 132-133), “Baasiin Ji’a Ji’aan Baasu” (fuula 163), akkasumas “Galmawwankoo” (fuula 314) jedhan isiniifis hojjechuu danda’u.