Miiljalee
a Haaluma wal fakkaatuun, warri dibaman adda durummaadhaan “waldaa” akka ta’an dubbatameera. (Ibr. 12:23) Haata’u malee, jechi “waldaa” jedhus abdiinsaanii eessayyuu yoo ta’e Kiristiyaanota hunda waan argisiisuuf hiika dabalataa qabaachuu danda’a.—Masaraa Eegumsaa, Ebla 15, 2007, ful. 4-7 ilaali.