Miiljalee
a Maqaan Yihowaa jedhu, Macaafa Qulqulluu jalqaba afaan Ibrootaatiin barreeffaman keessatti al 7,000 argama. Hiikni maqaa kanaa, “Wantan ta’uu barbaadu hunda nan ta’a” jechuudha. (Ba’uu 3:14) Waaqayyo kaayyoosaa galmaan ga’uuf wanta barbaachisu hunda ta’uu danda’a. Kanaaf maqaan kun, Waaqayyo yeroo hunda dhugaa kan dubbatu akka ta’eefi abdiin inni kenne hundi akka raawwatamu nuu mirkaneessa.