Miiljalee
b Furii ilaalchisee wanta Caaffanni Qulqullaa’oon barsiisanirratti yaada dabalataa argachuuf, kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamuufi Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaa’e boqonnaa 5 mataduree, “Furiin—Kennaa Waaqayyoo Isa Hundaa Caaludha” jedhu ilaali.