Miiljalee
a Tiriisoomiin 21 dhukkuba yeroo dhalatanii kaasee sammuun boodatti akka hafu godhudha. Kiromoozomoonni fayyaan cimdiidhaan argamu; ijoolleen dhukkuba tiriisoomii wajjin dhalatan garuu, cimdii isa tokkorratti kiromoozomii dabalataa tokko qabu. Tiriisoomiin 21 kiromoozomii 21rratti miidhaa geessisa.