Miiljalee
a “Abbootii manaa nana, isinis isaanii wajjin kennaa jireenyaa kan dhaaltan waan taataniif, kadhannaan keessan akka hin ittifamneef dubartoota warra isin caalaa qodaa cabu taʼaniif ulfina kennuudhaan, akkuma kanaan beekumsaan isaanii wajjin jiraachuu keessan itti fufaa.”