Miiljalee
a Akka hayyuun tokko jedhetti, jechi “dhaabbachuu” jedhu kun afaan jalqabaatiin ‘siidaa dhaabuu’ jedhamee hiikamuus ni dandaʼa. Kanaaf, Yihudoonni sun ulfina Waaqayyootiif utuu hin taʼin ulfina ofiisaaniitiif fakkeenyaan siidaa mataasaanii dhaabbachaa turan jechuudha.