Miiljalee
a Wantoonni jaarraa jalqabaatti walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa keessatti raawwataman tokko tokko akka hafan raajiin dubbatamee ture. Fakkeenyaaf, yeroo ammaatti “afaan hin beekamneen” ykn “raajii,” [hiika bara 1899] hin dubbannu. (1 Qor. 13:8; 14:5) Taʼuyyuu, qajeelfamni Phaawulos kenne yeroo harʼaa walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa akkamitti geggeeffamuu akka qaban hubannaa dabalataa nuu kenna.