Miiljalee
b Ijoollee keessan umrii dargaggummaarratti argamanii wajjin waaʼee saalaa mariʼachuuf, kitaaba Gaaffiiwwan Dargaggootaafi—Deebiiwwan Hojiirra Ooluu Dandaʼan, Jildii 2 jedhamu boqonnaa 1-5, 28, 29fi 33, Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼetti fayyadami. (Ingiliffa)