Miiljalee a Kan nama dhibu, Daawit duʼee jaarraa kudhan boodaa, tiksitoonni utuu isaan naannoo Betlihemitti hoolotasaanii tiksaa jiranii, macci ergamootaa Masiihichi akka dhalate isaanitti himanii turan.—Luq. 2:4, 8, 13, 14.