Miiljalee
b Haataʼu malee, ilaalchi akkasii deggersa Caaffata Qulqullaaʼoo hin qabu. Macaafni Qulqulluun, hojiin Waaqayyoo mudaa akka hin qabneefi mancaʼiinsa gaʼeef kan itti gaafatamu Isa akka hin taane barsiisa. (Keessa Deebii 32:4, 5) Yihowaanis wantoota lafarratti argaman hunda uumee erga raawwatee booda, wantoonni inni uume hundi “baayʼee gaarii” akka turan dubbateera.—Uumama 1:31.