Miiljalee
e Kan nama dinqisiisu, saayinsiin fayyaa yeroo ammaatti argamu lafeen cinaachaa miidhaa isarra gaʼerraa fayyuu akka dandaʼu mirkaneesseera. Lafeewwan kaanirraa haala adda taʼeen, ribuuwwan wal qabsiistuu taʼan hanga hin miidhamnetti deebiʼee guddachuu dandaʼa.