Miiljalee
a Yeroo sana, waajjira muummee wajjin wal qunnamtiin waan hin jirreef, obboloonni ejjennoo ofii eeguu ilaalchisee akkuma hubannaasaaniitti murtoo godhu turan. Kanaafuu, dhimma kana ilaalchisee murtoon namoonni godhan garaagarummaa qaba ture.