Miiljalee
a Waaʼee Mootummaa Waaqayyoofi Mootummaan kun dhiheenyatti akka dhufu beekuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe caalaatti hubachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼeefi Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu boqonnaa 8, mataduree “Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?,” akkasumas boqonnaa 9, “Kan Jiraannu ‘Guyyoota Gara Dhumaa’ Keessadhaa?” jedhu ilaali.