LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Lewwoonni 19:18, “Ati nama akka ofii keetiitti jaalladhu malee, ijaa hin baafatin, ijoollee saba keetii irrattis haaloo hin qabatin!” jedha. Geggeessitoonni amantii Yihudootaa yaanni “ijoollee saba keetii” akkasumas “nama” jedhu Yihudoota qofa akka argisiisu amanu turan. Seerichi Israaʼeloonni saboota kaanirraa adda akka taʼan isaanirraa eega ture. Haataʼu malee Seerri kun, yaada geggeessitoonni amantii jaarraa jalqabaa qaban, jechuunis Yihudoota kan hin taane hundi diina akka taʼaniifi jibbamuu akka qaban ibsu hin deggeru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi