LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Mukti ejersaa kun namoota dhalootaan Israaʼeloota taʼan akka bakka hin buune beekamaadha. Namoonni dhalootaan Israaʼeloota taʼan moototaafi luboota argamsiisuu dandaʼanillee, sabichi luboota mootii waaqaafi lafaa taʼuu hin dandeenye. Mootonni Israaʼel luboota akka hin taane seerri isaan dhorka ture. Kanaan kan kaʼes, namoonni dhalootaan Israaʼeloota taʼan ejersa kanatti fakkeeffamuu hin dandaʼan. Phaawulos, Waaqayyo haala Israaʼel hafuuraa wajjin wal qabateen kaayyoo “luboota mootii waaqaa fi lafaa” argamsiisuuf qabu akkamitti akka raawwatu ibsuusaa ture. Yaanni kun yaada Masaraa Eegumsaa Hagayya 15, 1983, fuula 14-19⁠rratti baʼe kan haaressudha. (Ingiliffa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi