Miiljalee c Kun kan taʼe, waggaa sadiifi walakkaan namoonni dhalootaan Yihudoota taʼan kutaa saba hafuuraa haaraa akka taʼan carraan itti isaanii kennamee ture yommuu dhumettidha. Raajiin waaʼee waggoota torba siʼa torbaatamaa dubbatame, kun akka raawwatamu kan argisiisudha.—Dan. 9:27.