Miiljalee
d Ittisni kun, jaarmiyaan gumiiwwan Mooskoo jiran itti fayyadaman seera duratti fudhatama akka dhabu godheera. Mormitoonni, ittisni kun obboloonni keenya tajaajilasaanii akka hin raawwanne akka isaan gufachiisu abdatanii turan.