Miiljalee
e Sadaasa 22, 2010, Mana Maree Guddaa, Mana Murtii Mirgoota Namummaa Awurooppaa keessatti gareen abbootii seeraa shan qabate tokko, iyyata Raashiyaan dhimmichi Mana Maree Guddaa Mana Murtichaatti akka dhihaatu goote fudhachuu dide. Kana gochuudhaan, Waxabajjii 10, 2010, murtoo isa dhumaafi hojiirra oolfamuu qabu kenne.