Miiljalee
b Yihudoonni Kiristiyaanota taʼan, Dh.K.B. bara 33 guyyaa Phenxeqostee booda, Guyyaa Araaraa ayyaaneffachuu itti fufuufi dhiisuunsaanii hin beekamu. Kana gochuun aarsaa Yesusiif kabaja dhabuu akka argisiisu beekamaadha. Taʼus, Kiristiyaanonni Yihudoota taʼan tokko tokko, aadaa Seerichaa wajjin wal qabate kaan eeguusaanii itti fufanii turan.—Gal. 4:9-11.