Miiljalee
a Amaakenni Sooriyaa bifa magaala qabuufi dur Phaalasxiinaa keessatti argamu, gara kiilogiraamii 140 kan ulfaatu siʼa taʼu, namas taʼe bineensa harkasaatiin rukutee ajjeesuu dandaʼa ture. Yeroo tokko naannoo sana leenconni hedduun jiru turan. Isaayaas 31:4, ‘tiksitoonni walitti qabamanillee leenca saafela’ wanta qabate gachisiisuu akka hin dandeenye ibsa.