Miiljalee
a Macaafni Qulqulluun Waaqayyo Yesusiin kallattiidhaan dubartii tokkorraa akka godhate hin barsiisu. Kanaa mannaa, Yihowaan qaama hafuuraa duraan uume kana, gara lafaatti ergee Maariyaam ishee durba turterraa akka dhalatu godheera. Kanaaf, Waaqayyo Yesusiin waan uumeef Abbaasaa jedhamuu dandaʼa.